LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Warri sitti kooluu galan hundi garuu ni gammadu;+

      Isaan yeroo hundumaa ni ililchu.

      Ati isaan ni eegda,

      Warri maqaa kee jaallatanis sitti ni gammadu.

  • Faarfannaa 57:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 57 Ani sitti kooluu waanan galeef,+

      Hamma rakkinni darbuttis gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu waanan galeef,+

      Gaarummaa natti argisiisi, yaa Waaqayyo, gaarummaa natti argisiisi.

  • Faarfannaa 61:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Dunkaana kee keessatti bara baraaf keessummummaadhaan nan jiraadha;+

      Gaaddisa qoochoo keetii jalattis kooluu nan gala.+ (Seelaa)

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi