Faarfannaa 36:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+ 8 Isaan badhaadhina* mana keetii irraa dhuganii ni quufu,+Atis laga gammachuu kee irraa akka dhugan ni goota.+
7 Yaa Waaqayyo, jaalalli kee inni amanamaan hammam ulfina qabeessa dha!+ Ilmaan namootaa gaaddisa qoochoo keetii jalatti kooluu galu.+ 8 Isaan badhaadhina* mana keetii irraa dhuganii ni quufu,+Atis laga gammachuu kee irraa akka dhugan ni goota.+