LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 11:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaa mannaa, biyyi isin ceetanii dhaaluuf jettan biyya gaarotaa fi sululawwanii* ti.+ Biyyattiin bishaan samii irraa roobu ni dhugdi;+ 12 ishiin biyya Waaqni kee Yihowaan kunuunsu dha. Jalqaba waggichaatii kaasee hamma dhuma waggichaatti ijji Waaqa kee Yihowaa yeroo hundumaa ishii irra jira.

  • Hojii Ergamootaa 14:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi