Isaayyaas 42:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+ Mulʼata 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+
10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+
4 Yaa Yihowaa,* ati qofti amanamaa waan taateef,+ dhuguma kan si hin sodaannee fi maqaa keetiif ulfina hin kennine eenyu? Labsiiwwan kee warri qajeeloon waan mulʼifamaniif, saboonni hundi dhufanii si duratti waaqeffatu.”+