Isaayyaas 37:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Sababiin isaas, natti dheekkamuun kee+ fi iyyi kee gurra koo gaʼeera.+ Kanaafuu, funyaan keetti hookkoo koo, afaan keettis luugama+ koo nan galcha;Karaa irra dhufteenis akka deebitu nan godha.”
29 Sababiin isaas, natti dheekkamuun kee+ fi iyyi kee gurra koo gaʼeera.+ Kanaafuu, funyaan keetti hookkoo koo, afaan keettis luugama+ koo nan galcha;Karaa irra dhufteenis akka deebitu nan godha.”