Isaayyaas 42:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+
10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+