-
Lakkoofsa 10:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Yeroo Taabotichi sochoʼu hundumaatti Museen, “Yaa Yihowaa kaʼi,+ diinonni kee haa bittinnaaʼan; warri si jibbanis si duraa haa baqatan” jedha ture.
-
-
Faarfannaa 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Harki kee diinota kee hundumaa ni qabata;
Harki kee mirgaas warra si jibban ni qabata.
-