LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 21:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yihowaanis sagalee Israaʼel dhagaʼee Kanaʼaanota dabarsee isaanitti ni kenne; isaanis Kanaʼaanotaa fi magaalota isaanii haxaaʼanii ni balleessan. Kanaan kan kaʼes isaan maqaa iddoo sanaa Hoormaa*+ jedhanii moggaasan.

  • Iyyaasuu 10:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yeroo kanatti mootonni Amoorotaa+ shanan, jechuunis mootiin Yerusaalem, mootiin Kebroon, mootiin Yaarmut, mootiin Laakiishii fi mootiin Egloon raayyaawwan waraanaa isaanii wajjin walitti qabamanii irratti duuluudhaan ishii waraanuuf Gibeʼonitti marsan.

  • Iyyaasuu 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaanis Israaʼelota duratti akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Gibeʼonitti isaan ni fixan; daandii gara Beet Hooronitti ol baasuun isaan duukaa buʼanii, hamma Azeeqaa fi hamma Maaqedaatti isaan haleelan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi