-
Baʼuu 19:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis Museen Yihowaadhaan, “Ati, ‘Naannoo gaarichaatti daangaa godhi; isas qulqulleessi’ jettee waan nu akeekkachiisteef, sabichi gara Gaara Siinaatti ol baʼuu hin dandaʼu” jedhe.+
-
-
Keessa Deebii 33:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Akkana jedhe:
“Yihowaan Siinaa irraa ni dhufe,+
Seʼiir irraas isaan irratti ni ife.
-