LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 15:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis Daawit ajajjoonni Leewwotaa obboloota isaanii warra faarfattoota taʼan, meeshaawwan muuziqaatti, jechuunis meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanitti, baganaattii+ fi siimbaaliitti+ fayyadamanii gammachuudhaan akka faarfatan akka muudan isaanitti hime.

  • Faarfannaa 87:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Faarfattoonnii+ fi warri walitti marsanii shubbisan,+

      “Burqaawwan koo hundi si keessa jiru”*+ ni jedhu.

  • Faarfannaa 150:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sagalee xurumbaa+ dhageessisuudhaan isa jajadhaa.

      Meeshaa muuziqaa ribuu qabuu fi baganaadhaan+ isa jajadhaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi