-
Isaayyaas 50:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Fuula koo wantoota nama salphisanii fi warra natti tufan jalaa hin dhoksine.+
-
-
Maatewos 27:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 qoree irraa gonfoo dhaʼanii mataa isaa irra kaaʼan; harka isaa mirgaatiinis ulee shomboqqoo isa qabsiisan. Isa duratti jilbeenfataniis, “Yaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taʼu!” jedhanii itti qoosan.
-