Maatewos 27:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 achiis daadhii wayinii wanti hadhaaʼu itti makame akka dhugu isaaf kennan;+ inni garuu erga dhandhamee booda dhuguu dide. Maarqos 15:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Bakka kanattis daadhii wayinii qumbiidhaan makame isaaf kennuuf yaalan;+ inni garuu fudhachuu dide.
34 achiis daadhii wayinii wanti hadhaaʼu itti makame akka dhugu isaaf kennan;+ inni garuu erga dhandhamee booda dhuguu dide.
23 Bakka kanattis daadhii wayinii qumbiidhaan makame isaaf kennuuf yaalan;+ inni garuu fudhachuu dide.