Roomaa 11:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Daawitis akkana jedheera: “Maaddiin isaanii qamaaxira,* kiyyoo, gufuu fi adaba isaanitti haa taʼu. 10 Arguu akka hin dandeenyeef, ijji isaanii haa dukkanaaʼu; dugdi isaaniis yeroo hundumaa haa goophatu.”+
9 Daawitis akkana jedheera: “Maaddiin isaanii qamaaxira,* kiyyoo, gufuu fi adaba isaanitti haa taʼu. 10 Arguu akka hin dandeenyeef, ijji isaanii haa dukkanaaʼu; dugdi isaaniis yeroo hundumaa haa goophatu.”+