Isaayyaas 11:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata. Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+
4 Warra rakkataniif haqaan* murtii ni kenna,Garraamota lafa irra jiraniif jedhees qajeelummaadhaan ni ifata. Ulee afaan isaa keessaa baʼuun lafa ni rukuta,+Hafuura afaan isaa keessaa baʼuunis isa hamaa ni ajjeesa.+