-
Ermiyaas 5:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Sababiin isaas, namoonni hamoon saba koo gidduu jiru.
Isaan akkuma yeroo namni simbira qabatu riphee eeggatu godhutti, xiyyeeffannaadhaan ilaalu.
Kiyyoo nama ajjeesu ni kaaʼu.
Kan isaan qabatanis namoota dha.
-