1 Mootota 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis ishiin warqii taalaantii* 120, zayitii baalsaamii+ hedduu fi dhagoota gatii guddaa qaban mootichaaf ni kennite.+ Sana booda zayitiin baalsaamii hamma mootuun Sheebaa Solomoon Mootichaaf kennite gaʼu dhufee hin beeku.
10 Achiis ishiin warqii taalaantii* 120, zayitii baalsaamii+ hedduu fi dhagoota gatii guddaa qaban mootichaaf ni kennite.+ Sana booda zayitiin baalsaamii hamma mootuun Sheebaa Solomoon Mootichaaf kennite gaʼu dhufee hin beeku.