Uumama 22:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ati sagalee koo waan dhageesseef, saboonni lafa irraa hundi sanyii keetiin+ ofii isaaniitiif eebba ni argatu.’”+ Galaatiyaa 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kunis kan taʼe, eebbi Abrahaam karaa Kiristoos Yesuus+ saboota kaaniif akka dhufuu fi nutis karaa amantii keenyaa hafuura isa abdachiifame+ akka fudhannuufi.
18 Ati sagalee koo waan dhageesseef, saboonni lafa irraa hundi sanyii keetiin+ ofii isaaniitiif eebba ni argatu.’”+
14 Kunis kan taʼe, eebbi Abrahaam karaa Kiristoos Yesuus+ saboota kaaniif akka dhufuu fi nutis karaa amantii keenyaa hafuura isa abdachiifame+ akka fudhannuufi.