Ermiyaas 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa Yihowaa, yommuun komii koo sitti dhiheeffadhu,Yommuun waaʼee dhimma haqaa sitti dubbadhu ati qajeelaa dha.+ Garuu daandiin hamootaa milkaaʼina kan argatu,+Gantoonnis yaaddoo malee kan jiraatan maaliifi?
12 Yaa Yihowaa, yommuun komii koo sitti dhiheeffadhu,Yommuun waaʼee dhimma haqaa sitti dubbadhu ati qajeelaa dha.+ Garuu daandiin hamootaa milkaaʼina kan argatu,+Gantoonnis yaaddoo malee kan jiraatan maaliifi?