Faarfannaa 48:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+ Faarfannaa 132:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+
2 Gaarri Xiyoon ishiin karaa kaabaatiin fagaattee argamtu,Magaalaan Mootii isa Guddaas,+Ol kaʼiinsa ishiitiin miidhagduu dha, ishiin gammachuu guutummaa lafaa ti.+
13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+