-
Faarfannaa 13:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Guyyaa guyyaadhaan garaa kootti gaddaa,
Hamma yoomiittan yaaddoo cimaa qabaadha?
Diinni koo hamma yoomiitti na moʼa?+
-
-
Faarfannaa 79:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Olloota keenya duratti warra arrabsaman taaneerra;+
Namoonni naannoo keenyaa nutti qoosu, nutti kolfus.
-