Faarfannaa 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.
5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.