Faarfannaa 11:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan isa qajeelaas taʼe isa hamaa ni qora;+Inni* isa hammina jaallatu kam iyyuu ni jibba.+ 6 Isa hamaa dura kiyyoo ni kaaʼa;*Ibidda, dinyii+ fi bubbee waxalus isaan irratti ni roobsa.
5 Yihowaan isa qajeelaas taʼe isa hamaa ni qora;+Inni* isa hammina jaallatu kam iyyuu ni jibba.+ 6 Isa hamaa dura kiyyoo ni kaaʼa;*Ibidda, dinyii+ fi bubbee waxalus isaan irratti ni roobsa.