Ermiyaas 10:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu. Naahom 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dheekkamsa isaa dura eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+ Aarii isaa isa guddaa eenyutu dandamachuu dandaʼa?+ Dheekkamsi isaa akka ibiddaatti ni dhangalaʼa,Qarsaawwanis isaan kan kaʼe ni caccabu.
10 Yihowaan garuu dhugumaan Waaqa dha. Inni Waaqa jiraataa+ fi Mootii bara baraa ti.+ Dheekkamsa isaatiin kan kaʼe lafti ni kirkirti,+Sabni balaaleffannaa isaa dura dhaabbatus hin jiraatu.
6 Dheekkamsa isaa dura eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+ Aarii isaa isa guddaa eenyutu dandamachuu dandaʼa?+ Dheekkamsi isaa akka ibiddaatti ni dhangalaʼa,Qarsaawwanis isaan kan kaʼe ni caccabu.