Baʼuu 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+ Faarfannaa 89:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa,Yaa Yaah, akka kee jabaa kan taʼe eenyu?+ Amanamummaan kee sitti marseera.+
11 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii eenyu?+ Akka kee qulqullummaadhaan hundumaa irra kan caalu eenyu?+ Ati sodaatamuu fi jajamuu qabda; wantoota dinqisiisoo taʼanis situ raawwata.+
8 Yaa Yihowaa Waaqa Raayyaa,Yaa Yaah, akka kee jabaa kan taʼe eenyu?+ Amanamummaan kee sitti marseera.+