Fakkeenya 1:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namni ogeessi ni dhagaʼa, barumsa dabalataas ni argata;+Namni hubataan qajeelfama gaarii* ni argata;+ 6 Kunis fakkeenyaa fi dubbii dhokataa,Dubbii ogeeyyii fi hibboo isaanii hubachuuf gargaara.+ Maatewos 13:34, 35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Yesuus wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture;+ 35 kanas kan godhe wanta karaa raajichaa, “Ani fakkeenyaan afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa* kaasee dhokfaman nan labsa”+ jedhamee dubbatame raawwachuufi.
5 Namni ogeessi ni dhagaʼa, barumsa dabalataas ni argata;+Namni hubataan qajeelfama gaarii* ni argata;+ 6 Kunis fakkeenyaa fi dubbii dhokataa,Dubbii ogeeyyii fi hibboo isaanii hubachuuf gargaara.+
34 Yesuus wantoota kana hunda fakkeenyaan namoota sanatti dubbate. Eeyyee, fakkeenyaan malee isaanitti hin dubbatu ture;+ 35 kanas kan godhe wanta karaa raajichaa, “Ani fakkeenyaan afaan koo nan banadha; wantoota jalqabumaa* kaasee dhokfaman nan labsa”+ jedhamee dubbatame raawwachuufi.