-
Ibroota 3:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Ani dhaloota sanatti aaree, ‘Garaan isaanii yeroo hunda karaa irraa ni maqa, isaan daandiiwwan koo hin beekne’ kanan jedhe kanaafi.
-