Baʼuu 8:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Yihowaanis akkanuma ni godhe; tuutni qarxaasaa hedduun mana Faraʼoon, manneen tajaajiltoota isaa fi guutummaa biyya Gibxii weeraruu jalqabe.+ Biyyattiinis qarxaasaa sanaan kan kaʼe ni mancaate.+
24 Yihowaanis akkanuma ni godhe; tuutni qarxaasaa hedduun mana Faraʼoon, manneen tajaajiltoota isaa fi guutummaa biyya Gibxii weeraruu jalqabe.+ Biyyattiinis qarxaasaa sanaan kan kaʼe ni mancaate.+