LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, utubaan duumessaa sun buufata warra Gibxii fi buufata Israaʼelotaa gidduu ni taʼe.+ Duumessi sun karaa isa tokkoon dukkana taʼee ture; karaa kan biraatiin immoo halkan ifni akka jiraatu godhee ture.+ Kanaafuu, halkan sana guutuu buufanni inni tokko gara buufata isa kan biraatti hin dhihaanne.

  • Ibroota 11:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Israaʼelonni amantiidhaan akka lafa gogaatti Galaana Diimaa keessa darban;+ haa taʼu malee, warri Gibxii kana gochuuf yommuu yaalan galaanichaan liqimfaman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi