-
Miikiyaas 1:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Yaa namoota nana, dhagaʼaa!
Laftii fi ishii keessa kan guuttanis xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa,
Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan,
Eeyyee, Yihowaan mana qulqullummaa isaa keessaa isin irratti ragaa haa baʼu.+
-