LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa Yihowaa, ati isaan fiddee gaara isa dhaala kee taʼe irratti,

      Iddoo dhaabbataa isa ofii keetii keessa jiraachuuf qopheeffatte irratti,

      Yaa Yihowaa, iddoo qulqulluu isa harki kee hundeesse irratti isaan ni dhaabda.+

  • Faarfannaa 44:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Isaan lafattii kan dhaalan goraadee isaaniitiin hin turre,+

      Injifannoo kan isaaniif argamsiises irree isaanii hin turre.+

      Kanaa mannaa, ati waan isaanitti gammaddeef,+

      Kana kan argatan harka kee mirgaatiin,+ irree kee fi ifa fuula keetiitiin ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi