-
1 Saamuʼel 4:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Filisxeemonni Israaʼelota waraanuuf tarree galanii baʼan; haa taʼu malee, waraanichi cimaa waan tureef, Filisxeemonni Israaʼelota ni moʼan; Filisxeemonni Israaʼelota keessaa adda waraanaa sana irratti dhiirota 4,000 taʼan dirree irratti ajjeesan.
-
-
1 Saamuʼel 4:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, Filisxeemonni isaan ni waraanan; Israaʼelonnis ni moʼaman;+ tokkoon tokkoon isaaniis gara dunkaana isaaniitti baqatan. Namoonni hedduun ni dhuman; gama Israaʼelotaatiin loltoota lafoo 30,000tu ajjeefame.
-