-
1 Saamuʼel 4:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Haati manaa ilma isaa, jechuunis haati manaa Finahaas ulfooftee daʼuu jala geessee turte. Ishiinis Taabonni Waaqa dhugaa akka boojiʼame, abbiyyuun* ishii fi abbaan manaa ishiis akka duʼan yommuu dhageessu gad jette; akkuma tasaas ciniinsuun ishii qabe; achiis ni deesse.
-