-
Faarfannaa 145:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Dhaloonni tokko dhaloota kaanitti hojiiwwan kee ni labsa;
Isaan waaʼee gochawwan kee warra jajjaboo taʼanii ni himu.+
-
-
Isaayyaas 43:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Isaan waaʼee ulfina kootii akka labsaniif,
Saba ani ofii kootiif tolfadhe dha.+
-