Isaayyaas 42:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan akka nama jabaatti gad ni baʼa.+ Akka loltuutti hinaaffaa isaa ni dammaqsa.+ Inni ni iyya, eeyyee, iyya waraanaa ni dhageessisa;Diinota isaa caalaa jabaa taʼuu isaas ni argisiisa.+
13 Yihowaan akka nama jabaatti gad ni baʼa.+ Akka loltuutti hinaaffaa isaa ni dammaqsa.+ Inni ni iyya, eeyyee, iyya waraanaa ni dhageessisa;Diinota isaa caalaa jabaa taʼuu isaas ni argisiisa.+