-
Leewwota 23:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Yihowaan akkana jedhee Museetti dubbachuu isaa itti fufe: 24 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Jiʼa torbaffaatti, jiʼicha keessaa guyyaa isa jalqabaatti hojii keessan hundumaa irraa boqodhaa; guyyaan kun guyyaa walgaʼii qulqulluu taʼuu isaa akka yaadattaniif malakanni afuufamee beeksifama.+
-