Baʼuu 12:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, halkan kana biyya Gibxii keessa nan darba; nama irraa jalqabee hamma horiitti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaas nan rukuta;+ waaqolii warra Gibxii hundumaa irrattis murtii nan dabarsa.+ Ani Yihowaa dha.
12 Sababiin isaas, halkan kana biyya Gibxii keessa nan darba; nama irraa jalqabee hamma horiitti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaas nan rukuta;+ waaqolii warra Gibxii hundumaa irrattis murtii nan dabarsa.+ Ani Yihowaa dha.