Faarfannaa 146:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Bulchitootatti,*Ilmaan namootaa warra fayyina argamsiisuu hin dandeenyettis hin amanaminaa.+ 4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+
3 Bulchitootatti,*Ilmaan namootaa warra fayyina argamsiisuu hin dandeenyettis hin amanaminaa.+ 4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+