-
Abbootii Murtii 8:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yeroo kanatti Zeebaanii fi Zaalmunaan raayyaawwan waraanaa isaanii, jechuunis namoota gara 15,000 taʼanii wajjin Qaarqor keessa jiru turan. Namoonni goraadee hidhatan 120,000ni waan dhumaniif, guutummaa raayyaa waraanaa namoota Bahaa+ keessaa kan hafan kanneen kana qofa turan.
-
-
Abbootii Murtii 8:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Zeebaanii fi Zaalmunaan yommuu baqatan inni isaan duukaa buʼee mootota Miidiyaan kana lamaan ni qabate; kunis guutummaa buufatichaa ni naasise.
-