Abbootii Murtii 4:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Yihowaan harka Yaabiin mootii Kanaʼaan+ isa Hazoor keessatti bulchaa tureetti dabarsee isaan gurgure. Siseeraan inni Harosheet+ ishii kan sabootaa taate* keessa jiraachaa ture immoo ajajaa raayyaa waraanaa isaa ture. Abbootii Murtii 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ani Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa Yaabiin taʼe gaariiwwan fardaa waraanaa isaa fi loltoota isaa wajjin laga* Qiishoon+ biratti gara keetti nan fida; harka keettis dabarsee isa nan kenna.’”+ Abbootii Murtii 4:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Achiis Yihowaan Siseeraan, gaariiwwan fardaa waraanaa isaa hundii fi raayyaan waraanaa isaa hundi goraadee Baaraaq duratti akka burjaajaʼan+ ni godhe. Dhuma irrattis Siseeraan gaarii fardaa isaa irraa buʼee miilaan ni baqate.
2 Kanaafuu, Yihowaan harka Yaabiin mootii Kanaʼaan+ isa Hazoor keessatti bulchaa tureetti dabarsee isaan gurgure. Siseeraan inni Harosheet+ ishii kan sabootaa taate* keessa jiraachaa ture immoo ajajaa raayyaa waraanaa isaa ture.
7 Ani Siseeraa isa ajajaa raayyaa waraanaa Yaabiin taʼe gaariiwwan fardaa waraanaa isaa fi loltoota isaa wajjin laga* Qiishoon+ biratti gara keetti nan fida; harka keettis dabarsee isa nan kenna.’”+
15 Achiis Yihowaan Siseeraan, gaariiwwan fardaa waraanaa isaa hundii fi raayyaan waraanaa isaa hundi goraadee Baaraaq duratti akka burjaajaʼan+ ni godhe. Dhuma irrattis Siseeraan gaarii fardaa isaa irraa buʼee miilaan ni baqate.