LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 144:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yaa Yihowaa, samiiwwan kee gad qabiitii* buʼi;+

      Gaarota tuqiitii akka aarri keessaa baʼu godhi.+

  • Naahom 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dheekkamsa isaa dura eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+

      Aarii isaa isa guddaa eenyutu dandamachuu dandaʼa?+

      Dheekkamsi isaa akka ibiddaatti ni dhangalaʼa,

      Qarsaawwanis isaan kan kaʼe ni caccabu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi