63 Yaa Waaqayyo, ati Waaqa koo ti, ani yeroo hundumaa sin barbaaddadha.+
Ani sin dheebodha.+
Lafa gogaa fi gubataa bishaan hin qabne keessatti,
Ani si hawwee gaggabeera.+
2 Kanaafuu, iddoo qulqulluu keessatti gara kee nan ilaale;
Jabina kee fi ulfina kees nan arge.+