Faarfannaa 34:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin qulqulloonni isaa hundi Yihowaa sodaadhaa,Warri isa sodaatan homtuu isaanitti hin hirʼatu.+ Faarfannaa 37:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan wanta warri balleessaa hin qabne keessa darban* beeka,Dhaalli isaaniis bara baraaf ni jiraata.+
18 Yihowaan wanta warri balleessaa hin qabne keessa darban* beeka,Dhaalli isaaniis bara baraaf ni jiraata.+