Faarfannaa 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Inni rakkataan kun ni iyyate, Yihowaanis ni dhagaʼe. Dhiphina isaa hundumaa jalaas isa oolche.+ Isaayyaas 66:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Wantoota kana hundumaa kan tolche harkuma koo ti,Hundi isaaniis kan argaman akka kanaani” jedha Yihowaan.+ “Anis gara isa kanaatti,Gara isa gad of qabu, isa hafuurri isaa cabee* fi dubbii kootiin romʼu* kanaatti nan ilaala.+
2 “Wantoota kana hundumaa kan tolche harkuma koo ti,Hundi isaaniis kan argaman akka kanaani” jedha Yihowaan.+ “Anis gara isa kanaatti,Gara isa gad of qabu, isa hafuurri isaa cabee* fi dubbii kootiin romʼu* kanaatti nan ilaala.+