Faarfannaa 78:68 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 68 Kanaa mannaa, gosa Yihudaa,+Gaara Xiyoon isa jaallatu ni filate.+ Faarfannaa 132:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+
13 Yihowaan Xiyooniin filateera;+Akkana jechuudhaanis iddoo jireenyaa isaa akka taatu kan barbaadu taʼuu isaa ibseera:+