LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 4:30, 31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Ogummaan Solomoon ogummaa namoota Bahaa hundumaa fi ogummaa Gibxii hundumaa irra ni caala ture.+ 31 Inni nama kam iyyuu caalaa ogeessa ture; Eetaan+ Izraahicha, akkasumas Hemaan,+ Kaalkolii+ fi Daardaa warra ilmaan Maahol taʼan caalaa ogeessa ture; saboota naannoo isaa jiran hunda gidduuttis beekamaa ni taʼe.+

  • 1 Seenaa Baraa 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ilmaan Zaaraa, Zimrii, Eetaan, Hemaan, Kaalkolii fi Daaraa turan. Isaan walumaa galatti shan turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi