Faarfannaa 27:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Fuula kee na jalaa hin dhoksin.+ Dheekkamsa keetiin tajaajilaa kee of irraa hin deebisin. Ati gargaaraa koo ti.+ Yaa Waaqa fayyinaa koo, na hin gatin, na hin dhiisinis. Isaayyaas 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+
9 Fuula kee na jalaa hin dhoksin.+ Dheekkamsa keetiin tajaajilaa kee of irraa hin deebisin. Ati gargaaraa koo ti.+ Yaa Waaqa fayyinaa koo, na hin gatin, na hin dhiisinis.
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+