-
Faarfannaa 116:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Yihowaan gaarummaadhaan waan na qabeef,
Lubbuun* koo ammas haa boqotu.
-
-
Faarfannaa 119:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Lubbuudhaan akkan jiraadhuu fi dubbii kee akkan eeguuf,+
Ana tajaajilaa kee gaarummaadhaan qabi.
-