-
1 Mootota 4:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Ogummaan Solomoon ogummaa namoota Bahaa hundumaa fi ogummaa Gibxii hundumaa irra ni caala ture.+ 31 Inni nama kam iyyuu caalaa ogeessa ture; Eetaan+ Izraahicha, akkasumas Hemaan,+ Kaalkolii+ fi Daardaa warra ilmaan Maahol taʼan caalaa ogeessa ture; saboota naannoo isaa jiran hunda gidduuttis beekamaa ni taʼe.+
-
-
1 Seenaa Baraa 2:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Ilmaan Zaaraa, Zimrii, Eetaan, Hemaan, Kaalkolii fi Daaraa turan. Isaan walumaa galatti shan turan.
-