Hojii Ergamootaa 13:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Erga isa aangoo irraa buusee booda immoo, Daawitiin mootii godhee isaaniif kaase;+ waaʼee isaas, ‘Ani Daawit ilma Issey+ isa nama akka garaa koo taʼe+ argadheera; inni wantan barbaadu hunda ni hojjeta’ jedhee dhugaa baʼeera.
22 Erga isa aangoo irraa buusee booda immoo, Daawitiin mootii godhee isaaniif kaase;+ waaʼee isaas, ‘Ani Daawit ilma Issey+ isa nama akka garaa koo taʼe+ argadheera; inni wantan barbaadu hunda ni hojjeta’ jedhee dhugaa baʼeera.