LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 7:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Akkuman jaalala koo isa amanamaa Saaʼol isan si duraa balleesse sana irraa fuudhe,+ jaalalli koo inni amanamaan isa irraa hin fudhatamu.

  • 1 Seenaa Baraa 17:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa.+ Ani akkuman jaalala koo isa amanamaa isa si dura ture sana irraa fuudhetti,+ jaalala koo isa amanamaa isa irraa hin fuudhu.+

  • Hojii Ergamootaa 13:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Waaqayyo, Yesuusiin kan duʼaa kaase, matumaa deebiʼee akka hin tortorretti waan taʼeef, ‘Ani jaalala amanamaa hin badne isa Daawit abdachiifame sana isinitti nan argisiisa’+ jedheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi